Pirezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Tigraay madda dhibdee tibbanaa ibsan
Автор: BBC News Afaan Oromoo
Загружено: 2026-02-03
Просмотров: 11142
Описание:
Sagantaa Raadiyoo
Ashamaa! Sagantaa
*Jiraattoonni aanaa Fantaallee qaamoleen nageenya mootummaa namoota nagaa ajjeesaa jiru jedhanii komatan. Qondaala naannichas gaafanneerra.
*Pirezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Tigraay Jeneraal Taaddasaa Warradaa walitti bu'iinsi humnoota Federaalaa waliin tibbana dhagame maalirra akka madde ibsan Odeeffannoo ispoortiis qabna, Dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia
Повторяем попытку...
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео
-
Информация по загрузке: