Sheikh Amin Ibro Waan Soomana Nama Jala Balleessu | Dogoggora Ramadaanaa Namaa Ajrii Dhabsiisan
Автор: QajeelWay
Загружено: 2026-02-25
Просмотров: 1507
Описание:
QajeelWay chaanaalii YouTube Islaamaa Afaan Oromootiin dhiyaatu yoo ta’u,
da’awaa, gorsa qalbii, barnoota Qur’aanaa, seenaa Sahaabaa,
nashiidaa Islaamaa fi yaada jireenyaa Islaamaa dhiheessa.
Kaayyoon keenya:
– Amantii (Islaamummaa) jabeessuu
– Qalbii namaa sirreessuu
– Aakhiraa yaadachiisuu
– Jireenya Islaamaa irratti qajeelchuu
Chaanaalii kana keessatti:
📖 Qur’aana dhaggeeffattu
🗣 Gorsaa fi nasiha argattu
🧕🏽 Seenaa Sahaabaa barattu
🎶 Nashiidaa Islaamaa dhaggeeffattu
📢 Da’awaa Afaan Oromootiin dhiyaatu argattu
👉 Yoo chaanaalii kana jaallatte:
✔ Like gochuu
✔ Share gochuu
✔ Subscribe gochuu hin dagatin
“Rabbiin karaa sirrii nu haa qajeelchu – QajeelWay waliin!”
00:00 – Seensa (waa’ee soomanaa fi barbaachisummaa isaa)
01:10 – Hiika soomanaa fi kaayyoo isaa
02:30 – Soomana wanti balleessu maal fa’i?
03:50 – Mubtillaa jalqabaa: Nyaachuu fi dhuguu ta’anii
05:15 – Ragaa Qur’aanaa: “Kuluu washrabuu…”
06:40 – Nama soomanaa dagatee nyaate
08:00 – Hadiisa Abu Hurayrah (Rabbiin isa nyaachisee dhugsiise)
09:20 – Hukmii nama dagachuun nyaate (qadaa hin qabu)
10:40 – Nama dirqisiifame nyaachuu ykn dhuguu
12:00 – Aayah: “Rabbanā lā tu’aakhidhnā in nasīnā aw akhṭa’nā”
13:20 – Nama yeroo dogoggore (fajri hin seene jedhee nyaate)
14:40 – Seenaa Asmaa bint Abi Bakr (guyyaa duumessa)
16:00 – Yaada Ibn Taymiyyah (qadaa hin dirqamu)
17:20 – Yaada Ibn Uthaymeen (Nabiyyiin qadaa hin ajajne)
18:40 – Garaagarummaa dagachuu fi beekkanii nyaachuu
20:00 – Mubtillaa sadaffaa: Qufuu (qufuu ofiitiin)
21:30 – Hadiisa: “Namni qufe ta’uun dirqame…”
22:40 – Dogoggora baay’ee namoonni raawwatan
23:40 – Gorsa fi akeekkachiisa warra sooman
24:30 – Xumura & du’aa’i
Повторяем попытку...
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео
-
Информация по загрузке: