Maqaan Hiitlar hanga har’a maaliif siyaasaa addunyaa keessatti akka ajandaa ijootti ka’a?
Автор: BBC News Afaan Oromoo
Загружено: 2025-10-09
Просмотров: 13897
Описание:
Adoolf Hitlariin waggoota 80 dura yeroo mootummaa Jarmanii kufu of ajjeese. Garuu hanga ammaa sammuu namaa keessaa bahuu hin dandeenye. Siyaasaa amma keessatti maqaansaa yeroo hunda ka'a. Maaliif?
Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ
Qopheessaan: Hamzaa Huseen
Kaameraa: Tolaa Dingataa
Gulaalaa sur-sagalee: Tolaa Dingataa
👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.
Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa.
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#hitler #politics #europe #america #bbcnewsafaanoromoo #
Повторяем попытку...
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео
-
Информация по загрузке: